Sirna nyaataa koorniyaa irratti xiyyeeffate cimsuun haala sirna soorataa fooyyessuu: Maanuwaala/ Qaleelcha leenjii

Inishiyeetiiviin HER+ furmaata qabatamaa haala qilleensaa dandamachuu cimsuu fi dubartoota Afrikaa fi Eeshiyaa humneessuu danda’u qopheessuuf qorannoo koorniyaa fi saayinsii hawaasummaa sadarkaa olaanaa gaggeessuuf kan of kennedha. Itiyoophiyaatti, dandeettii leenjistootaa cimsuu fi barteewwan nyaat...

Descripción completa

Detalles Bibliográficos
Autores principales: Ketema, Dessalegn, Abeshu, Yadesa, Nchanji, Eileen
Formato: Informe técnico
Lenguaje:om
Publicado: 2024
Materias:
Acceso en línea:https://hdl.handle.net/10568/151881
_version_ 1855536749580648448
author Ketema, Dessalegn
Abeshu, Yadesa
Nchanji, Eileen
author_browse Abeshu, Yadesa
Ketema, Dessalegn
Nchanji, Eileen
author_facet Ketema, Dessalegn
Abeshu, Yadesa
Nchanji, Eileen
author_sort Ketema, Dessalegn
collection Repository of Agricultural Research Outputs (CGSpace)
description Inishiyeetiiviin HER+ furmaata qabatamaa haala qilleensaa dandamachuu cimsuu fi dubartoota Afrikaa fi Eeshiyaa humneessuu danda’u qopheessuuf qorannoo koorniyaa fi saayinsii hawaasummaa sadarkaa olaanaa gaggeessuuf kan of kennedha. Itiyoophiyaatti, dandeettii leenjistootaa cimsuu fi barteewwan nyaataa karaa sirna nyaataa koorniyaa irratti xiyyeeffateen fooyyessuuf, maanuwaalii leenjii sirna nyaataa koorniyaa giddu galeeffate afaan Ingiliffaa fi afaanota biyya keessaan qopheessuun dirqama ta’eera. Maanuwaaliin kun garaagarummaa dhiibbaa walqixxummaan koorniyaa soorata irratti qabu hubachiisuun furmaanni gama sirna nyaataa fi fayyaatiin akka dhufu ni taasisa. Dubartoonni aangoo murtoo murteessuu akka qabaatan gawoomsuun sirna nyaataa gaarii akka qabaatan gochuu danda’a. Dubartootaa fi shamarran waa’ee sirna nyaataa fi fayyaa barsiisuudhaan filannoo nyaataa fayyaa qabeessa ta’e akka qabaatan gochuun, fayyaa qaamaa fi oomishtummaa fooyyessuu dandeenya. Akkasumas dhiirota itti gaafatamummaa maatii keessatti hirmaachisuun, ilaalcha dogoggoraa irratti hojjechuu fi kunuunsa maatii keessattti deeggarsa akka godhan gochuun wal qixxummaa koorniyaa galmaan ga’uu fi sirna soorataa fayyaa qabeessa ta’e mirkaneessuuf murteessaadha. Sagantaa sirna nyaataa hunda keessatti bartee nyaataa fayyaa qabeessaa ta’ee fi walqixxummaa saalaa mirkaneessuuf hoggantoota hawaasaa fi amantii akka tapha jijjiirtotaatti fayyadamuun barbaachisaa dha. Kanaafuu hir’ina nyaataa dhabamsiisuuf, nyaata madaalamaa argachuuf, sirna nyaataa fooyyessuuf, fayyaa fi qulqullina bishaanii eeguuf, fayyaa nyaataa eeguuf, qophii fi kunuunsa nyaataa fooyyessuuf sirna nyaataa koorniyaa irratti xiyyeeffate hojiirra oolchuun barbaachisaa dha. Kunis hanqina nyaataa ittisuuf, ilaalcha duubatti hafaa koorniyaa hir’isuu fi bartee soorataa keenyaa fooyyessuuf nigaragaara.
format Informe técnico
id CGSpace151881
institution CGIAR Consortium
language om
publishDate 2024
publishDateRange 2024
publishDateSort 2024
record_format dspace
spelling CGSpace1518812025-11-05T12:28:59Z Sirna nyaataa koorniyaa irratti xiyyeeffate cimsuun haala sirna soorataa fooyyessuu: Maanuwaala/ Qaleelcha leenjii Ketema, Dessalegn Abeshu, Yadesa Nchanji, Eileen beans gender agriculture nutrition gender equality Inishiyeetiiviin HER+ furmaata qabatamaa haala qilleensaa dandamachuu cimsuu fi dubartoota Afrikaa fi Eeshiyaa humneessuu danda’u qopheessuuf qorannoo koorniyaa fi saayinsii hawaasummaa sadarkaa olaanaa gaggeessuuf kan of kennedha. Itiyoophiyaatti, dandeettii leenjistootaa cimsuu fi barteewwan nyaataa karaa sirna nyaataa koorniyaa irratti xiyyeeffateen fooyyessuuf, maanuwaalii leenjii sirna nyaataa koorniyaa giddu galeeffate afaan Ingiliffaa fi afaanota biyya keessaan qopheessuun dirqama ta’eera. Maanuwaaliin kun garaagarummaa dhiibbaa walqixxummaan koorniyaa soorata irratti qabu hubachiisuun furmaanni gama sirna nyaataa fi fayyaatiin akka dhufu ni taasisa. Dubartoonni aangoo murtoo murteessuu akka qabaatan gawoomsuun sirna nyaataa gaarii akka qabaatan gochuu danda’a. Dubartootaa fi shamarran waa’ee sirna nyaataa fi fayyaa barsiisuudhaan filannoo nyaataa fayyaa qabeessa ta’e akka qabaatan gochuun, fayyaa qaamaa fi oomishtummaa fooyyessuu dandeenya. Akkasumas dhiirota itti gaafatamummaa maatii keessatti hirmaachisuun, ilaalcha dogoggoraa irratti hojjechuu fi kunuunsa maatii keessattti deeggarsa akka godhan gochuun wal qixxummaa koorniyaa galmaan ga’uu fi sirna soorataa fayyaa qabeessa ta’e mirkaneessuuf murteessaadha. Sagantaa sirna nyaataa hunda keessatti bartee nyaataa fayyaa qabeessaa ta’ee fi walqixxummaa saalaa mirkaneessuuf hoggantoota hawaasaa fi amantii akka tapha jijjiirtotaatti fayyadamuun barbaachisaa dha. Kanaafuu hir’ina nyaataa dhabamsiisuuf, nyaata madaalamaa argachuuf, sirna nyaataa fooyyessuuf, fayyaa fi qulqullina bishaanii eeguuf, fayyaa nyaataa eeguuf, qophii fi kunuunsa nyaataa fooyyessuuf sirna nyaataa koorniyaa irratti xiyyeeffate hojiirra oolchuun barbaachisaa dha. Kunis hanqina nyaataa ittisuuf, ilaalcha duubatti hafaa koorniyaa hir’isuu fi bartee soorataa keenyaa fooyyessuuf nigaragaara. 2024-07 2024-08-28T12:01:17Z 2024-08-28T12:01:17Z Report https://hdl.handle.net/10568/151881 om Open Access application/pdf Ketema, D.; Abeshu, Y.; Nchanji, E. (2024) Sirna nyaataa koorniyaa irratti xiyyeeffate cimsuun haala sirna soorataa fooyyessuu: Maanuwaala/ Qaleelcha leenjii. 64 p.
spellingShingle beans
gender
agriculture
nutrition
gender equality
Ketema, Dessalegn
Abeshu, Yadesa
Nchanji, Eileen
Sirna nyaataa koorniyaa irratti xiyyeeffate cimsuun haala sirna soorataa fooyyessuu: Maanuwaala/ Qaleelcha leenjii
title Sirna nyaataa koorniyaa irratti xiyyeeffate cimsuun haala sirna soorataa fooyyessuu: Maanuwaala/ Qaleelcha leenjii
title_full Sirna nyaataa koorniyaa irratti xiyyeeffate cimsuun haala sirna soorataa fooyyessuu: Maanuwaala/ Qaleelcha leenjii
title_fullStr Sirna nyaataa koorniyaa irratti xiyyeeffate cimsuun haala sirna soorataa fooyyessuu: Maanuwaala/ Qaleelcha leenjii
title_full_unstemmed Sirna nyaataa koorniyaa irratti xiyyeeffate cimsuun haala sirna soorataa fooyyessuu: Maanuwaala/ Qaleelcha leenjii
title_short Sirna nyaataa koorniyaa irratti xiyyeeffate cimsuun haala sirna soorataa fooyyessuu: Maanuwaala/ Qaleelcha leenjii
title_sort sirna nyaataa koorniyaa irratti xiyyeeffate cimsuun haala sirna soorataa fooyyessuu maanuwaala qaleelcha leenjii
topic beans
gender
agriculture
nutrition
gender equality
url https://hdl.handle.net/10568/151881
work_keys_str_mv AT ketemadessalegn sirnanyaataakoorniyaairrattixiyyeeffatecimsuunhaalasirnasoorataafooyyessuumaanuwaalaqaleelchaleenjii
AT abeshuyadesa sirnanyaataakoorniyaairrattixiyyeeffatecimsuunhaalasirnasoorataafooyyessuumaanuwaalaqaleelchaleenjii
AT nchanjieileen sirnanyaataakoorniyaairrattixiyyeeffatecimsuunhaalasirnasoorataafooyyessuumaanuwaalaqaleelchaleenjii